mul'suu, fooddaa hidhuu fi dhoksuu

Some windows in LibreOffice are dockable, such as the Navigator deck. You can move these windows, re-size them or dock them to an edge.

Foddaawwan Hidhuu fi Hiikuu

Foddaa hidhuuf, kan armaan gadii keessaa tokko godhi:

Tooftaawwan kun foddaa amma hidhamee jiru hiikuufis fayyaduu ni danda'u.

Foddaawwan Hidhaman Agarsiisuu fi Dhoksuu

Sajoo

Foddaa hidhame agarsiisuuf yookiin dhoksuuf qabduu qarqara foddicha hidhamee irra jiru cuqaasi. Faankishiniin OfumaaDhoksaa foddaa dhokate qarqara isaa irratti cuqaasuudhaan yeroodhaaf agarsiisuuf sii eeyyama. Yommuu galmicha keessa cuqaastu, foddichi hidhame ammas ni dhokata.

Sajoo Yaaddannoo

Kamshaawwanii fi foddaawwan harkisanii kaa'uudhaan hidhuun qindaa'inoota taaligaa foddaa sirnaakee irratti hirkatu. Yommuu foddaa siiqsitu qabiyyeewwan foddaa guutummaatti agarsiisuuf sirnaakee dandeessisuu qabda, goodayyaa aloo qofa agarsiisuurra.


Please support us!

Please support us!