LibreOffice 25.2 Help
Qajeelfama babal'ate ibsi bal'aan faankishinii sajoo murtaa'ee kenna, sanduuqa barruu yookiin baafata ajajaa yommuu qaree kee maalima sana irratti dhaabdu.
Choose - LibreOffice - General, and check Extended tips.
Mallattoon filannoo qajeelfama babal'ate kakaasamuu agarsiisa.
Qajeelfama babal'atan altokko kakasuuf furtuuwwan qaxxaamuraa shift+F1 dhiibi.
Mallatoon gaaffii cinaa qaree hantuuteetti mul'ata. Ibsa ajajichaa argachuuf Qaree Hantuutee Gargaari to'annoowwan, sajoo fi ajajoota baafataa hundarra sochoosuu ni dandeessa.Qaree Hantuutee Gargaari yeroo itti aanu hantuutee cuqaastu ni dhaama.