LibreOffice 7.1 Help
Dirreewwan kee filamaniif odeeffannoo dirree adda baasi.
Odeeffannoo dirree gulaaluuf dirree filadhu.
Tarree saanduuqaa keessaa dirree filaman haqi.
Tarree saanduqaa keessatti deetaa haaraa ida'i.
Maqaa dirree deetaa filame agarsiisa. Yoo barbaadde,maqaa haaraa galchuu dandeessa.
Gosa dirree filadhu.
Yoo Eeyyee ta'e, the values for this data field are generated by the database engine.
Yoo Eeyyee ta'e, dirreen kun duuwwaa ta'uu hin qabu.
Dirree deetaaf lakkoofsa arfiilee adda baasa.
Dirree deetaaf lakkofsa iddoo deesiimaalii adda baasa. Filannoon kun kan jiraatu lakkofsaaf ykn deesiimaalii qofaaf jiraata.
Gatii durtii dirree Eeyyee/Lakki adda baasa.
Adda baaftuu ajaja SQL akka madda deetaa ajajee itergaan dirree deetaa akka ofiin of dabaluuf galchi. Fakkeenyaaf, himni MySQL kanaa gadii AUTO_INCREMENT fayyadamee dirree"id" dabaluuf yeroo mara dirree deetaa uumuuf fayyada.
CREATE TABLE "table1" ("id" INTEGER AUTO_INCREMENT)
Fakkeenya kanaaf, isa AUTO_INCREMENT jedhu saanduqa himaa Ofna-dabalame jedhutti galchi.