LibreOffice 7.3 Help
Maqaa fayyadamaa madda kuusdeetaa waliin walqabsiisuuf galchi.
Iggita madda kuusdeetaa waliin walqabsiisuuf galchi.
Qaaqa adda ta'een alatti maqaa fayyadamaa fi iggita walfakkaatu fayyadamuuf filadhu, yeroo ammas madda deetaa tursa ammaa LibreOffice walqabsiistee dha.