LibreOffice 7.1 Help
The View menu of a database window.
Baafata xiqqaa bana.
Qabee unkaalee filuu fi unkaalee hunda mul'annoo gadi fageenyaa keessatti agarsiisa.
Qabee gabaasaa filuu fi gabaasawwan hunda mul'annoo gadi fageenyaa keessatti agarsiisa.
Qabee gaafatoota filuu fi gaafatoota hunda mul'annoo gadi fageenyaa keessatti agarsiisa.
Qabee gabateewwanii filuu fi gabateewwan hunda mul'annoo gadi fageenyaa keessatti agarsiisa.
Baafata xiqqaa bana.
Galfata mul'annoo gadifageenya keessaa olee fo'a.
Galfata mul'annoo gadifageenya keessaa gadee fo'a.
Baafata xiqqaa bana.
Durargii foddaa kuusdeetaa keessa jiru dhaamsa.
Durargiin foddaa odeeffannoo galmee unkaa ykn gabaasaa agarsiisa.
Durargiin odeeffannoo galmee unkaa ykn gabaasaa agarsiisa.
Gabatee haromsa.