LibreOffice 7.1 Help
Kuusdeetaa Oracle argachuuf filannoo adda baasa.
Gahiinsa kuusdeeta Oraakilii Solaris ykn Linux irraa ooftuu JDBC fayyadamuu ni dandeessa. Foddaa irraa kuusdeetaa gahuuf, ooftuun ODBC ni barbaachiisa dha.
UNIX irraa, maamilli kuusdeetaa oraakilii gargaartuu JDBC waliin ijaaramuu isaa mirkaneessi. Kutaan ooftuu JDBC Solaries dhaaf maamila oraakilii fooyyaa'aa 8.x galeeloo <Oracle client>/product/jdbc/lib/classes111.zip keessatti argama. Weebsaayitii oraakilii irraa fooyya'a boodaa gadi fe'uu dandeessa.
Enter the name of the Oracle database. Ask your database administrator for the correct name.
Enter the URL for the database server. This is the name of the machine that runs the Oracle database. You can also replace hostname with the IP address of the server.
Enter the port number for the database server. Ask your database administrator for the correct port address.
Enter the name of the JDBC driver.
Qindaa'inoota amma waliin walindhaa yaala.