LibreOffice 7.1 Help
Kuusdeetaa haaraa uuma, faayila kuusdeetaa bana, yknkuusdeetaa dura tureen walqabsiisa.
Select to create a new database. This option uses the HSQL database engine with default settings. The final page of the wizard appears next.
Alaantoo fuula saphaaphuu waa'ee HSQL.
Faayila kuusdeetaa tarree faayiloota dhiyoo fayyadaman ykn qaaqa filanna faayilaa irraa faayila kuusdeetaa banuuf filadhu.
Faayila kuusdeetaa faayiloota dhiyoo fayyadaman keessaa banuuf filadhu. Faayila battalumatti banuuf fi masaka keessaa ba'uuf Xumuri cuqaasi.
Iddoo faayila kuusdeetaa filachuu dandeessutti faayila qaaqa filannoo bana. Faayila battalumatti banuu fi masaka keessaa bahuuf qaaqa faayila filannoo Bani ykn OK cuqaasi.
Walindhaa kuusdeetaa dura tureef galmee kuusdeetaa uumuuf filadhu.
Walindhaa kuusdeetaa dura tureef gosa kuusdeetaa filadhu.
Ilaalchi, Jijjiiramni suutawaa, Yaadanoo teessoo KDE, fi gosni kuusdeetaa Mozilla odeeffannoo dabalataa hin barbaadani. Akaakuu kuusdeetaa kan biraaf, odeeffannoo barbaachisu masakni of keesssaa qabatan ifteessa.
Fuulli masakaa itti aanuu fuuloota armaan gadii keessaa tokkoo:
Walindhaa faayila barruu qinddeessi.
Walindhaa Maayikiroosooftii aksasii ykn Maayikiroosoofti aksasii 2007 qindeessi