Amaloota Ol'aanaa

Kuusdeetaaf amaloota ol'aana adda baasa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Foddaa kuusdeetaa keessatti, Gulaali - Kuusdeetaa - Amaloota filadhu, caancala Amaloota Ol'aanaa cuqaasi


Gatii Madde

Galmeewwan kuusdeetaa haaraaf gatiilee ofumaan yeruma sana maddan filanna isaanii adda baasa.

Qindaa'inoota Addaa

Akkamitti deetaa kuusdeetaa keessa jiru waliin hojjettu adda baasa.

Please support us!