LibreOffice 7.1 Help
Kuusdeetaa bulchuuf ajajni SQL iddoo itti galu qaaqa isaa bana.
Ajajoota bulchiinsaa qaaqa kana qofa keessatti galchuu dandeessa, kan akka Giraantii,Gabatee Uumi, ykn Gabatee Dhiisi, fi ajajoota hin gingilchin jedhu. Ajajni galchite madda deetaa irratti hundaa'a, fakkeenyaaf,dBASEn ajajoota SQL xiqqoo asitti tarreeffaman kaasuu danda'a.
To run an SQL query for filtering data in the database, use the Query Design View.
Ajaja bulchituu SQL kaasuuf barbaadde galchi.
Fakkeenyaaf, madda deetaa "Barrotarroo" dhaaf,ajaja SQL armaan gadii galchi:
SELECT "Address" FROM "biblio" "biblio"
Ajajoota SQL irratti odeeffannoo caaluuf, maaloo galmeessa kuusdeetaa waliin dhufe irraa gorsa fudhadhu.
Ajajoota SQL dura raawwatan tarreessa. Ajaja ammas kaasuuf, ajaja cuqaasi, fi sana booda Kaasijedhu cuqaasi
Bu'aa agarssisuu, dogoggora dabalatee, ajaja SQL kan ati kaaste.
Saanduqaa Ajaja raawachuu jedhu keessatti galchite kaasa.