LibreOffice 25.2 Help
Madda yaadannoo teessoo Mozilla / Netscape 6.x kan LibreOffice keessatti akka yaadannoo teessootti tajaajilu irraa gabatee ifteessa.
Gabateewwan danaa fayyadamaa jalqabaa madda deetaa marti LibreOffice keessatti galmeeffamu. Qajojii LibreOffice keessatti tokko akka gabateetti dirqama ifteessuu qabda.
Gabatee qajojii LibreOffice'tiif akka yaadannoo teessootti tajaajilu ifteessa.
Gulaalii - Waljala jijjiirraa Kuusdeetaa filachuudhaan, sa'aa murtaa'e booda, qajojiilee fi galmeewwan irratti jijjiirama raawwachuu ni dandeessa.