LibreOffice 7.5 Help
Masakaan kun yaadannoo teessoo jiru LibreOffice keessatti akka madda deetaatti galmeessa.
Yeroo kamiyyuu, deetaa teessoo fi maddoolee deetaa biroo LibreOffice keessatti galmeessuu ni dandeessa:
Akaakuuwwan marti sirnoota mararratti hin argaman.
Yoo yaadannoo teessoo gurmuudhaan itti fayyadamaa jiraatte, dirqala kana filadhu.
Yoo yaadannoo teessoo, yaadannoo teessoo KDE keessaatti fayyadamaa jiraatte, dirqala kana filadhu.
Select this option if you already use an address book in macOS Address book.
Yoo yaadannoo teessoo akka jijjiirama suutawaatti fayyadamaa jiraatte, dirqala kana filadhu.
Yoo yaadannoo teessoo akka jijjiirama suutawaa LDAP'tti fayyadamaa jiraatte, dirqala kana filadhu.
Yoo yaadannoo teessoo gurmuudhaan itti fayyadamaa jiraatte, dirqala kana filadhu.
LibreOffice keessatti madda deetaa biroo akka yaadannoo teessootti galmeessuu yoo barbaadde, dirqala kana filadhu.
Exits the wizard without implementing any changes.
Walindhaa madda deetaa wajjin uumeet qaaqa cufa.