Fuulota Itti fufiinsa jijjiirtuu galmee

Akaakuu qajojii fi akaakuu galmee hundaaf, galeeloo irratti barreeffamuu fi irraa barreeffamu ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose File - Wizards - Document Converter.


Qajojiiwwan

Jijjiiramuu dhiisuu fi qabaachuu qajojiiwwanii fi haala itti jijjiiraman murteessa.

Qajojiiwwan barruu

Filannoowwan fuula darbee irratti hundaa'uudhaan, asxaan "Text templates" jijjiiramuu akka danda'u hubadhu. Fakkeenyaaf, Yoo Galmeewwan Microsoft Word filataman, asxaan "Text templates" dubbisa.

Qajojiiwwan jijjiiramuuf ta'an ifteessa.

Galeeloo xiqqaa dabalatee

Faayiloota walitti firoomaniif barbaaddamuu galeeloo xiqqaa galeeloo filatamee agarsiisa.

Irraa alaagi

Galeeloo faayiloota ofkeessatti qabate ifteessa.

irra olkaa'i

Galeeloo faayilootni ga'uumsaa itti maxxanfaman ifteessa.

...

Xurree barbaaddame banuuf qaaqa bana.

Galmeewwan

Jijjiiramuu dhiisuu fi qabaachuu galmeewwanii fi haala itti jijjiiraman murteessa.

Galmeewwan barruu

Filannoowwan fuula darbee irratti hundaa'uudhaan, asxaan "Text documents" jijjiiramuu akka danda'u hubadhu. Fakkeenyaaf, Yoo Galmeewwan Microsoft Word filataman, asxaan "Word documents" dubbisa.

Galmeewwan jijjiramuuf ta'uu isaanii agarsiisa.

Galeeloo xiqqaa dabalatee

Faayiloota walitti firoomaniif barbaaddamuu galeeloo xiqqaa galeeloo filatamee agarsiisa.

Irraa alaagi

Galeeloo faayiloota ofkeessatti qabate ifteessa.

irra olkaa'i

Galeeloo faayilootni ga'uumsaa itti maxxanfaman ifteessa.

...

Xurree barbaaddame banuuf qaaqa bana.

Asitti, gara Fuula Duraa masaka jijjiirtuu galmeetti deebi'uu ni dandeessa.

Please support us!