Jijjiirtuu Galmee fuula 1

Specifies the type of Microsoft Office documents that will be converted.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose File - Wizards - Document Converter.


Maayikiroosoofti oofis

Galmeewwan maayikiroosoofti oofis gara dhangii OpenDocument tti jijjiira.

Galmeewwan jecha

Galmeewwan dhangii maayikiroosoofti woordii *.doc keessaa gara galmeewwan OpenDocument *.odt tti jijjiira.

Galmeewwan ekseelii

Galmeewwan dhangii ekseelii maayikiroosoofti *.xls keessaa gara galmeewwan OpenDocument *.ods tti jijjiira.

Galmeewwan paawor poo'eenti

Galmeewwan dhangii Maayikiroosoofti paawor poo'inti *.ppt keessaa gara galmeewwan OpenDocument *.odp tti jijjiira.

Faayila Dilbaa Uumi

Galmeewwan jijjiiraman agarsiisuudhaan ,galeeloo hojii kee keessatti, faayilii dilbaa uuma.

Gara fuula itti aanaajijjiirtuu galmeetti darbi.

Please support us!