Maalimaa Masakaa Gurmeessi: Dirree Deetaa beezii

Fuulli kun kan mul'atu yoo galmeen deetaa beezii wajjin walidhate qofaa dha. Deetaa beeziirratti olkaa'amuu qabaachuu fi dhiisuu gatiiwwan wabii ifteessa.

Iddoo gatiiwwan wabii itti olkaa'aman agarsiisa. Deetaa beezii keessatti, gatiin wabii haalojii ammee saanduqa gurmuu bakka bu'uu ni danda'a.

Ajaja kana bira gahuuf...

In form design, click the Group Box icon on the toolbar
and use the mouse to create a frame - Wizards page 4, there must be a database connection.


Sajoo Yaaddannoo

Fuulli kun kan mul'atu yoo galmeen deetaa beezii wajjin walqabate qofaadha.


Gaticha dirree deetaa beezii keessa olkaa'uu barbaaddaa?

Eeyyee, Dirree deetaa beezii armaan gadii keessattin olkaa'uu barbaada:

Specifies that you want to save the reference values in a database. The values are written in the data field selected in the list box. The list box displays all the field names from the database table that the form is linked to.

Saanduqa tarree

Lakki, gaticha unka keessa olkaa'uu qofaan barbaada.

Specifies that you want to save the reference values in the form only, and not in the database.

Please support us!