LibreOffice 7.5 Help
Maxxansaaf haalloota qindeessa.
Dhangeessuun barruu fakasaa ykn dhiheessa irraa argame. Yoo mallattoon saanduqa mirkaneessaFuula mataduree uumuhin goone, ykn yoo ofmaa ykn alergii tamsa'inasaphaphuu filatte, fuulli kun irra utaalame.
Kaaya haalluu fi haalloota barruu fi duubbeef murteessa.
Akkaataa galmee ammaa keessatti fayyade irraa haallota murteessa.
Haalluu durtii iyya'aa saphaphuu mul'isaa fayyadami.
Wantoota dhiheessa tokko tokkoof haallota mataa kee qindeessuuf iyyama.
BanaHaalluu qaaqa, haalluu barruu dhiheessaa iddoo filachuu dandeessu.
bana Color qaaqa, haalluu geessituu dhiheessaa iddoo filachuu dandeessu.
Bana Color qaaqa, haalluu geessituu ka'aa dhiheessaa iddoo filachuu dandeessu.
banaColor qaaqa, haalluu geessituu Imalamte dhiheessaa iddoo filachuu dandeessu.
Opens the Color qaaqa, haalluu duubbee dhiheessaa iddoo filachuu dandeessu.