LibreOffice 7.5 Help
Naanna'insa islaayidoota dhiheessa keessaaf akkaataa qabduu qindeessa.
Yoo mallattoon saanduqa mirkaneessaFuula mataduree uumuhin goone, ykn yoo ofmaa ykn alergii tamsa'inasaphaphuu filatte, fuulli kun hin mul'atu.
Qabduu naanna'iinsaa dhiheessa kee keessa galchuu barbaaduu fi dhisuu kee ifteessa. Qabdoota haalata dabalataan filuu dandeessa.
Qooda qabduu geessituu barruu qofa galcha.
Akkaattota qabduu argamanii agarsiisi. Filachuuf akkaataa qabduun irratti cuqaasi.