LibreOffice 7.5 Help
Odeeffannoo fuula mataduree maxxansaa irratti agarsiifame ifteessa.
Fuula kana irra utaaluu dandeessa yoo mallattoo filannoo Create title page hin keenye, ykn yoo ofmaa filte ykn tamsa'inasaphaphuu, masaka fuula darbee keessaa.
Maqaa barreessaa maxansaa ifteessa.
Specifies the email address.
Manatasaphaphuu kee ifteessa. Geessituun maxxansaa keessa gala.
Fuula mataduree irratti akka mul'atuuf barruu dabalataa ifteessa.