LibreOffice 7.5 Help
Akaakuu saxaatoo fi qulqullina argii galtee ifteessa.
Dhangii fakkaattii muteessi. Itti dabaltees gatii cafaqoo qindeessuu dandeessa.
faayeloonni akka faayeloota PNGiitti alergame. Faayeloonni PNG deetaa osoo hin gatin cafaqamuu, fi haalloota 256 ol qabaachuu danda'u.
Faayoloonni akka faayeloota GIF tti alegamu. GIF osoo deetaa hin gatin cafaqamuu, fi haalluu olaanaa 256.
faayeloonni akka faayeloota JPEGiitti alergame. Faayeloonni JPEG cafaqame, cafaqoo mijeeffame wajjini fi haalloota 256 ol qabachuu danda'a.
Akkumsa cafaqoo saxaatoo JPEGii ifteessuu. Gatiin 100% qulqulina gaarii hangii deetaa guddaaf geeddara. Akkumsi 25% faayeloota xiqqoo qulqulina calaqqee gadaantee waliinii agarsiisa.
Argii qiyaafannoof qulqulina qindeessi. Qulqulina filame irratti hundaa'uun, calaqqeen hammamtaa hir'teen agarsiifame. Hir'ina hanga 80% ifteessuu dandeessa hammamtaa xabboo irraa.
Hammamtaan faayelii xiqqaa ta'ee akka turuuf qulqullina gad aanaa filadhu, dhiheessota islaayidii baay'ee waliin illee
Dhiheessa hammamtaa giddugaleessaaf qulqulina giddu galeessaa filadhu.
Qulqullina ol'aanaa islaayidii agarsiifamef qulqulina ol'aanaa filadhu.
faayeloonni sagalee kan akka taatee darbiinsa islaayidii alergameetti qindeeffaman ifteessa.