Alergii HTML - Fuula 1

Fuula jalqabaarratti saxaxa jiru filachuu, yk haara uumuu dandeessa.

Qindaa'oonni alergiif filatte akka saxaxaatti alergii biroof ofumaan ofolkaa'a. Maqaa saxaxaa Uumi erga cuqaastee booda galchuu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

LibreOffice Draw or LibreOffice Impress menu File - Export, select HTML file type, page 1 of the wizard.


Saxaxa ramadi

Naannoo kanatti, saxaxa haaraa uumuu fi filuuf ykn saxaxa jiru haquuf filachuu dandeessa.

Yoo saxaxa haqxe, odeeffannoo saxaxa masakiicha keessaa qofa haquu dandeessa. Faayiliin alergii gocha kanaan hin haqamu.

Saxaxa haaraa

saxaxa haaraa fuula masakaa itti aanutti uumi.

Saxaxa Jiraataa

Tarree saxaxaa irraa saxaxa jiraataa fe'i ejjatoo masakaa fuula itti aanu faana bu'u keessaatti akka qabxii jalqabaatti fayyadamuuf.

Tarree saxaxa

Saxaxa jiru hundaa mul'isi.

Saxaxa Filame Haqi

Tarree saxaxaa irraa saxaxa filame haqi.

Please support us!