LibreOffice 7.4 Help
Dhangii HTML keessati maxxansuu LibreOffice fakkii ykn LibreOffice Impireessi galmee qindeessuuf murteessa.
Wanta fuula lammaffaa masakiichaarraa filatee irratti hundaa'uun filannoonni mul'atan gargar ta'u.
Gara fuula duraani irratti filataman irratti sideebisa. Qindaainootni amma akkuma ol kaa'amanitti taa'u. Erga ejjatoo gulaalli lamaffaa irra geessen booda qabduu kana filachuu dandeessa.
Qindaa'ina ammaa olkaa'a, akkasumas gara fuula itti aanutti siqsa. Qabduun kun qaaqa fuula dhumaa irratti hadoodaa ta'a.
Galmeewwan haaraa akkaataa filannoo keetiitiin uumuutu,galmeewwan olkaa'a.
LibreOffice'n qindaa'inoota Masakaa ammaa olkaa'eetu, yeroo lammaffaaf yemuu ati masakiicha bantuu akka durtiitti itti fayyadama.