LibreOffice 24.8 Help
Unkaa haaraatiif qabinsa halata deetaa adda baasa.
Unkaa deetaa haaraa galchuuf fayyadu qofa uuma.
Unka deetaa amma jiru mul'isa akkasuumas deetaa haaraa galchuuf fayyadu uuma.
Gulaalinsi deetaa akka hin hayyamamne gochuuf fili.
Haqinsa deetaa akka hin hayyamamneef fili.
Deetaa haaraa dabaluun akka hin hayyamamne gochuuf fili.