LibreOffice 24.8 Help
Qajojiicha ajandaatiif mataduriichaa fi iddoo fili.
Qajojii maqiicha ajandaa murteessa.
Xurree guutuu, maqaa qajojii ajandiichaa dabalatee ifteessa.
Qajojii ajandaa uumun olkaa'a,kana booda, qajojiicha irratti hundaa,un galmee ajandaa haaraa bana.
Qajojii ajandiicha ni uuma akkasumaas ol kaa'a, kana booda gulaala dabalataaf qajojiicha bana.