LibreOffice 24.8 Help
Qajojiicha ajandaa irratti matadureewwan maxxanffamuu qaban murteessa.
Matadureewwan ajandaa galchi. Matadureewwan fo'uuf qabduu olsiqsi fi gadsiqsi fayyadami.
Tarree mataduree haaraa duwwaa gubbaa tarriichaa ammaatti saaga.
Tarree mataduree ammaa haaqa.
Taree mataduree ammaa ol siqsa.
Taree mataduree ammaa gadi siqsa.