Ajandaa Masakaa - Irrantoowwan hammatamuu qaban

Irraantoowwan ajandaa keessa barbaaduu ifteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose File - Wizards - Agenda - Headings to include.


Gosa walgahi

Sarari gosa walgahi akka maxxanfamuu qabuu murtessa.

Maaloo duubbissi

Sarara maaloo dubbissi jedhamuu akka maxxansituu ifteessa.

Maaloo keeni

Sarara maaloo keeni jedhamuu akka maxxansituu ifteessa.

Yadannoo

sarari yadannoo akka maxxansffamuu qabuu murteessa.

Gara Ajandaa Masakaati - Maqoota

Please support us!