LibreOffice 24.8 Help
Ajandiichaaf saxaxii fuulaa qindeessa.
Ajaja kana bira gahuuf...
Choose File - Wizards - Agenda - Page Design.
Sanduuqiicha tarree keessaa saxaxiicha fuulaa fili.
Yeroo walgahichaa, wanta daqiqoota irratti barreessuu dandeessrratti, fuula maxxansee baasa.
Gara Ajendaa Masakaatti Deemi - Odeeffannoo Waligalaa
Please support us!