LibreOffice 24.8 Help
Maqaa fi iddoo qajojiicha hiika.
Maqaa qajojii faaksiichaa galchi.
Xurree waligaalaa, maqaa faayiliicha kan qajojii faaksichaa dabalatee galchuuf ykn filachuuf cuqaasi.
Qajojii faaksiichaa ni uuma akkasumaas olkaa'a, kana booda qajojii kanarratti hundaa'un galmee faaksii haaraa bana.
Qajojii faaksichaa bani akkasumaas olkaa'i, kan booda gulaala dabalataaf qajoojiicha bani.