Faaksii Masakaa - Maalimoota Hammataman

Maalimoota faaksi maxxanffamu qaban murteessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose File - Wizards - Fax - Items to include.


Asxaa

Asxaa kuubbaaniyaa hammata.

Bara

Dirree bara hammata.

Akaakuu dhaamsaa

Sarara gosa qunnamti hammata. Sarariicha sanduuqa tarree keessaa fili.

Sarara dhimaa

Sarara dhimaa hammata.

Nagaa

Nagaa hammata. Sanduuqcha tarree keessaa fili.

Cufiinsa galateeffannaa

Nagaa gaafacha hammata. Nagaa gafaacha tarree sanduuqicha keessaa fili.

Jalaantoo

Jalaantoo hammata.

Gara Faaksii Masakaati Deemi - Ergaa fi fudhataa

Please support us!