Masakaa Xalayaa

Qajojii xalayaatif masakaa jalqabsiisa. Qajojii kana xalayaa hojiifis ta'ee xalayaa firaaf fayyadamuu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose File - Wizards - Letter.


LibreOffice`n xalayaalee hojiitif ykn firaatif naamunaa qajojii waliin dhufa, gargaarsa masakatin fedhii mataa keetii maamileessu dandeessa. Masakiichi sadarkaa sadarkaadhaan qajojii galmee uumuu fi teessuma hedduu kennuuni fi saxaxa dirqalaati si geessa. Mul'inni jalqabaa kun akkaataa xumuri xalayaa filtee itti qindaa'u irraati gamachuu si kena.

Masaka keessatti, galfatootaa fi dirqaloota yeroo barbaadeetti fooyyeessuu dandeessa. Fuuloota hunda ykn fuuloota masakaa maraa dhiisu dandeessa, yeroo kana qindanootni ammaa (ykn durtii) ni hojjatuu jechuudha.

Xalayaa Masakaa - Fuula saxaxaa

Specifies whether you want to create a personal or a business letter. The available options on the following pages vary depending on your choice.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo xalayaa hojii uumte, miseensota adda addaa galmee kee keessaati hammachuuf filuu ni dandeessa, kan yeroo bayyee xalayaa firaatif hin fayyadamtu, kan akka sarara dhimmaa. Yoo dirqalaa xalayaa firichaa filtee, fuulootni xiqqoon miseensota xalayaa hojii ta'ee, qaaqa masakaa keessati hin hammataman.


Masakaa Xalayaa - Teessuma Mata Xalayaa

Allows you to specify the elements that are already imprinted on your letterhead paper. Those elements are not printed, and the space they occupy is left blank by the printer.

Xalayaa Maskaa - Maalimoota Maxxanffaman

Defines the items to be included in the letter template.

Xalayaa Masakaa - Fudhataa fi Ergaa

Specifies the sender and recipient information.

Xalayaa Maskaa - Jalaantoo

Specifies the information to include in the footer space.

Xalayaa Maskaa - Maqaa fi Iddoo

Specifies where and under which name you want to save the document and template.

Duuba

Filannoo gulantaa duraa keessati uumte akka ilaaltu sii hayyama. Qindaa'inootni ammaa ni ol kaa'amu.

Kan itti aanu

Qindaa'inoota ammaa ol kaa'un gara fuula itti aanuti fufa.

Xumuri

Akkaata filannoo keetitin, qajojiichi galmee haaraa uumuun baxxee jabaa irra ol kaa'a. LibreOffice'n maqaa "Untitled X" (X'n lakkaawwii waliti aananif dhaabbata) fi iddoo dalagaa irrati mul'isa.

Sajoo Yaaddannoo

LibreOffice'n qindaa'inoota ammaa akkaataa qajojii galmee filatameen maskiicha keessatti olkaa'a. Yemmuu masakiicha yeroo lammaffaaf ka'aa taasistuu kunnen immoo akka qindaa'inoota durtiitti fayyaduu.


Please support us!