LibreOffice 25.2 Help
Kamshaa urjiilee fi faajjiilee saxatoo galmetti saagne irraa banuu ni dandeessa.
Sajoo kamshaa urjiilee fi faajjiilee irraa cuqaasi,akkasumas gara galmee fakkaasuu barbaadduu harkisaa.
Bobbocni tokko tokko qabannoo addaa kan amaloota bocaa jijjiiruf harkisu dandeessisan qabu. Qareen hantuutee qabannoowwan addaa kanarraa mallattoo akka qabnu taasisa.