Balballomiiwwan

Kamshaa balballoomiiwwan iddoo saxatoowwan gara galmee kee saagnuu dandeenyurraa bani.

Ajaja kana bira gahuuf...

Icon Callouts

Balballoo


Sajoo kamshaa balballoomii irraa cuqaasi, akkasumas boca fakkaasuf gara galmee harkisi.

Sajoo Yaaddannoo

Bobbocni tokko tokko qabannoo addaa amaloota bocaa jijjiiruf akka harkisnu nu dandeessisa. Qareen hantuutee qabannoowwan addaa kanarraa mallattoo akka qabnu taasisa.


Please support us!