LibreOffice 24.8 Help
Kamshaa balballoomiiwwan iddoo saxatoowwan gara galmee kee saagnuu dandeenyurraa bani.
Sajoo kamshaa xiyyoota garee irraa cuqaasi, boca fakkaasuf gara galmee harkisi.
Bobbocni tokko tokko qabannoo addaa amaloota bocaa jijjiiruf akka harkisnu nu dandeessisa. Qareen hantuutee qabannoowwan addaa kanarraa mallattoo akka qabnu taasisa.