LibreOffice 24.8 Help
Kamshaa bu'ura bobbocaa iddoo saxatoowwan gara galmee kee saaguu dandeenyurraa bani.
Sajoo kamshaa bu'ura bocaa irraa cuqaasi, akkasumas boca fakkaasuf gara galmee harkisi.
Bobbocni tokko tokko qabannoo addaa amaloota bocaa jijjiiruf akka harkisnu nu dandeessisa. Qareen hantuutee qabannoowwan addaa kanarraa mallattoo akka qabnu taasisa.