Soofuu

Saxatoo pikselii soofuuf qaaqa banaa. Dalagaan kan argamu yoo saxatoon pixselii mallattaa'e dha. Soofuu dandeessisuuf fakkiin dirqama filamuu qaba.

Toleessaa fi Fakkasaa keessatti yeroo sajoo cuqaastu qaaqan hin argamu, garuu soofuu sadeti qabaman arguu dandeessa. Baafata halqara fakkaattii filamee banuudhaan Fakkaattii Soofuu fili, yoo soofuuf Qaaqa gargaaramuu barbaadda ta'e.

Fakkaattii soofuuf qabanoo soofuu sadeti kamiyyuu harkisi.

sajoo

Soofuu

Soofuu

Saxaatoo filatame sirreessuf ykn safaruuf, ykn iddoo adii naannoo saxaatootti dabluuf bal'ina kana fayyadami.

Safara eegi

Yeroo sooftu safara hammmamtaa saxaatoo xabboo argamsiisa, kunis hammamtaa saxaatoo qofa jijjiira.

Hammataa calaqqee eegi

Yeroo sooftu hammamtaa saxaatoo xabboo argamsiisa, safarri saxaatoo qofti akka jijjiiramu. Safara saxaatoo hir'isuuf, dirqaala kana filiiti gatiiwwan negaativii sanduuqa sanduuqawwan soofuu keessatti galchi. Safara saxaatoo guddisuuf, gatiiwwan pozaiivii sanduuqawwan soofuu keessatti galchi.

Bitaa

Dirqaalli Safara Eegi yoo filatame, qarree bitaa saxaatoo sirreessuf hanga pozatiivii galchi ykn iddoo duuwwaa adii gara bitaa saxaatootti dabaluuf hanga negaatiivi galchi. Dirqaalli Hammamtaa calaqqee eegi yoo filatame, hanaga pozatiivi safara surdaala saxaatoo guddisuuf ykn safara surdaala saxaatoo xiqqeessuf hanga negaatiivi galchi.

Mirga

Dirqaalli Safara eegin yoo filatame, gubbaa saxaatoo sirreessuf hanga pozaatiivi galchi ykn iddoo adii saxaatoo gubbaatti dabaluuf hanga negaatiivi galchi. Yoo dirqaalli Hammamtaa calaqqee eegin filatame, surdaala saxaatoo guddisuuf hanga pozaativii ykn safara surdaala saxaatoo xiqqeessuf hanga negaatiivi galchi.

Irra

Dirqaalli Safara Eegi yoo filatame, irra saxaatoo sirreessuf hanga pozatiivii galchi ykn iddoo duuwwaa adii saxaatoo gubbaatti dabaluuf hanga negaatiivi galchi. Yoo dirqaalli Hammamtaa calaqqee eegin filatame, safara sarjaa saxaatoo guddisuuf hanga poozatiivi ykn safara sarjaa saxaatoo xiqqeessuf hanga negaatiivi galchi.

Jala

Dirqaalli Safara Eegi yoo filatame, jala saxaatoo sirreessuf hanga pozatiivii galchi ykn iddoo duuwwaa adii saxaatoon gaditti dabaluuf hanga negaatiivi galchi. Yoo dirqaalli Hammamtaa calaqqee eegin filatame, safara sarjaa saxaatoo guddisuuf hanga poozatiivi ykn safara sarjaa saxaatoo xiqqeessuf hanga negaatiivi galchi.

Safaraa

safaraa saxaatoo filatamee jijjiira.

Yabbina

Yabbina saxaatoo filatamee akka dhibbeentaatti galchi.

Hojjaa

Hojjaa saxaatoo filatamee akka dhibbeentaatti galchi.

Hammamtaa calaqqee

Hammamtaa calaqqee filatamee jijjiira.

Yabbina

Saxaatoo filatameef yabbina galchi.

Hojjaa

Saxaatoo filatameef hojjaa galchi.

Dirree Durargii

Displays a preview of the current selection.

Hammamtaa xabboo

Saxaatoo filatame gara hammamtaa xabboo isaatti deebisa.

Please support us!