LibreOffice 24.8 Help
Deetaa mul'ataa haaromsa. Qeeyyaa fayyadamoo hedduu, deetaa ammee jiaachuu isaa mirkaneessu haaromsa.
Haaromsi
Baafata xiqqaa ajajoota asii gadii waliin banuuf xiyya sajoo Haaromsi ittaanu cuqaasi:
Haaromsi - Qabeentoota kuusaa deetaa haaromfamee mul'isa.
Deebi'ii ijaari - Mul'annoo gabatee kuusaa deetaa deebi'ee ijaara. Weyta caasaa gabatee jijjiirtu ajaja kana fayyadami.