LibreOffice 7.5 Help
Opens forms in Design Mode so that the form can be edited.
Too'annoowwan unkaa kakaauu hin dandeessu ykn qabeentoota kuusaawwan kuusaa deetaa haalata wixinee keessaa gulaala. Haa ta'u malee, qubannoo fi hammamtaa too'annoowwanii jijjiiruu dandeenya, amaloota biroo gulaali, akkasumas too'annoowwan haalata wixinee keessaa dabaluu ykn haquu.
Eega unkaa kee gulaaluu xumurtee booda, "Unkaawwan" Unkaa Naannessaa keessatti mirga cuqaasi akkasumas Haalata Wixinee keessatti banijedhu hinfilin. Weyta xumurte unkaa kee olkaa'i.
Yoo galmeen unkaa barreessuu dhorkamte, ajajni Haalata Wixinee keessatti banijedhu ni irraanfatama.