Masakaa Sanduuqa Makaa: Dirree kuusaa deetaa

Dirreewwan walqabateen, gatii dirree kuusaa deetaa keessatti olkaa'uu ykn gatii kana unkaa keessatti mul'isa.

Gatiiwwan dhimmamaa dirree qindoomaa keessatti galfaman ykn tarree keessatti filaman gabatee kuusaa deetaa keessaatti olkaa'aman unkaa keessatti fayyadu. Gatiiwwan gabatee biroo keessatti olkaa'un hin danda'amuu hubadhu. Yoo gatiiwwan kuusaa deetaa keessatti ol hin kaa'amin, unkaa keessatti qofa olkaa'ama. Kun keessattuu unkaawwan HTML keessatti bu'a qabeessa, iddoo gatiin dhimmammaa galfame ykn filame gara kaadimaa ramadaman.

Ajaja kana bira gahuuf...

Open Form Controls toolbar, click Combo Box icon and drag mouse to generate field. Database connection must exist in the form: Wizard - Page 3.


Gatii dirree kuusaa deetaa keessatti olkaa'uu barbaaddaa?

Filannoowwan lama gaaffii kanaaf ni argaman:

Eeyyee, Dirree kuusaa deetaa asiin gadii keessatti isa olkaa'un barbaada

Specifies whether the user's entered or selected combination field value should be saved in a database field. Several database table fields are offered which can be accessed in the current form.

Amaloota - Too'annoo keessatti dirreen filame akka galfata fuula cancala Deetaa Dirree Deetaajalatti argaman.

Dirree Tarree

Specifies the data field where the combination field value should be saved.

Miti, Gatii unkaa keessatti olkaa'u qofa barbaada

Specifies that the value of this combination field will not be written in the database and will only be saved in the form.

Please support us!