LibreOffice 25.2 Help
Gabatee gabateewwan kuusaa deetaa irraa argaman kan qabiyyeen isaa akka galfata tarreetti mul'atuu qaban.
Sanduuqota tarreef, gabatee unkaa gabatee ammee wajjiin koronyate ni agarsiifama. Gabatee geessituun yoo xiqqaate dirree tokko gabatee unkaa ammee waliin qabaachuu qaba. Wabii ifa ta'e dhaabuf dandeessisa.
Sanduuqota makaaf, firummaan dirqama gabatee unkaa fi gabatee deetaa sanduuqa makaa keessatti argaman mul'isu giddutti argamu qaba.
Dirree Gabatee keessatti, gabatee dirree deetaa qabu kan qabiyyeen isaa dirree too'annoo keessatti mul'atuu qabu fili.
Gabatee asitti kenname Amaloota too'annoo keessatti akka maalimaa hima SQL dirree Qabeentoota Tarree keessatti argama.