Halqara Baafataa Dirree Too'annoo

Halqarri Baafataa Dirree Too'annoo ajajoota asiin gadii kana qaba

waliin Bakka buusi

Iddoo gosa too'annoo bakka too'annoo galmee keessaa filamee buusuu dandeenya citabaafataa waamun. Akkuma amaloonni hedduun fudhatamuu danda'an.

Sanduuqa barruu

Too'annoo filame gara sanduuqa barruutti tamsa'a.

Qabduu

Too'annoo filame gara qabdutti tamsa'a.

Dirree sarxaa

Too'annoo filame gara asxaatti tamsa'a.

Sanduuqa Tarree

Too'annoo filame gara sanduuqa tarreetti tamsa'a.

Sanduuqa Filannoo

Too'annoo filame gara sanduuqa filannootti tamsa'a.

Qabduu Raadiyoo

Too'annoon filame gara qabduu dirqalaatti tamsa'a.

Sanduuqa Makaa

Too'annoon filame gara sanduuqa makaatti tamsa'a.

Qabduu Calaqqee

Too'annoon filame gara qabduu calaqqeetti tamsa'a.

Filannoo Faayilii

Too'annoon filame gara filannoo faayilitti tamsa'a.

Dirree guyyaa

Too'annoon filame gara dirree guyyaatti tamsa'a.

Dirree yeroo

Too'annoon filame gara dirree yerotti tamsa'a.

Dirree lakkoofsaa

Too'annoon filame gara dirree lakkoofsatti tamsa'a.

Dirree Maallaqaa

Too'annoon filame gara dirree maallaqatti tamsa'a.

Dirree sarxaa

Too'annoon filame gara dirree sarxaatti tamsa'a.

Too'annoo calaqqee

Too'annoon filame gara too'annoo calaqqetti tamsa'a.

Dirree Dhangi'ame

Too'annoon filame gara dirree dhangi'ametti tamsa'a.

Please support us!