LibreOffice 24.8 Help
The Data tab page of the Properties dialog for an XML Form document offers some XML forms settings.
Qindaa'inni danda'amaan fuula caancala Deetaa too'annoo kan hundaa'u too'annoo duraa duubanii. Dirqaalee too'annoo ammee fi halqaraaf jireessa ta'an qofa ilaaluu dandeessa. Dirreewwan armaan gadii jireessa:
Ilaallata tarree ilaallatoota mara galmee ammee keessaa fili.
Maqaa jildeessaa galchi ykn fili. Maqaa jildeessa jiraataa filuun jildeessa too'annoo unkaa waliin walitti firoomsa. Maqaa haaraa galchuun jildeessa haaraa uuma; too'annoo unkaa waliin waliti firoomsa.
Enter the DOM node to bind the control model to. Click the ... button for a dialog to enter the XPath expression.
Yoo wanti dirqamaan Dhangii X irratti hammatamuu qabu adda baasa.
Wanta akka waliin deemuun ibsa.
Maalima akka dubbisqofaatti ibsa.
Wanta akka dirqamaatti ibsa.
Maalimni herreegamuu isaa ibsa.
Akaakuu deetaa kan too'annootiin gataa'essuun irra jiru fili.
Akaakuu deetaa hiikaa fayyadamaa fi cuqaasa qabduu akaakuu deetaa hiikama fayyadamaa haquuf fili.
Bakka maqaa akaakuu deetaa hiikamaa fayyadamaa haaraa galchuu dandeessutti qaaqa banuuf qabduu cuqaasi. Akaakuun deetaa haaraan akaakuu deetaa filatamaa ammee kallattii rakkoon ykn amalli itti mul'atu mara irraa dhaala.
Kan armaan gadii kallattii rakkoo ykn amallitti mul'atu mara akaakuuwwan deetaa muraasaaf jireessa tarreessa.
Specifies how whitespaces are to be handled when a string of the current data type is being processed. Possible values are "Preserve", "Replace", and "Collapse". The semantics follow the definition at https://www.w3.org/TR/xmlschema-2/#rf-whiteSpace.
Specifies a regular expression pattern. Strings validated against the data type must conform to this pattern to be valid. The XSD data type syntax for regular expressions is different from the regular expression syntax used elsewhere in LibreOffice, for example in the Find & Replace dialog.
Lakkoofsa ida'ama guddaa lakqurxaalee kan gatiiwwan akaakuu deetaa lakkurnyee qabaachuu danda'a.
Lakkoofsa ida'ama guddaa lakqurxaawwaan entaa gatiiwwan akaakuu deetaa lakkurnyee qabaachuu danda'a.
Hammata adeemsa irraa gatiiwwaniif ifteessa.
Ofiifoo adeemsa irraa gatiiwwaniif ifteessa.
Hammata gadaanaa adeemsa gatiiwwaniif ifteessa.
Ofiifoo gadaanaa adeemsa gatiiwwanniif ifteessa.
Lakkoofsa arfiilee diraaf ifteessa.
Lakkoofsa xiqqaa arfiilee diraaf ifteessa.
Lakkoofsa guddaa arfiilee diraaf ifteessa.