Iddoolee maqaa uumi

Iddoolee maqaa gurmeessuuf qaaqa kan fayyadami. Qaaqa Haala Ida'ii Deetaa Naannee keessa gahuu ni dandeessa.

Iddoolee maqaa

Iddoolee maqaa ammeetti unkaaf tarreessa.

Ida'i

Iddoo maqaa gara tarree haaraati ida'a.

Huddeelsoo fi URL galchuuf qaaqa Iddoo maqaa Ida'ii fayyadami.

Gulaali

Iddoolee maqaa filatame gulaali.

Huddeelsoo fi URL gulaaluuf qaaqa Iddoo maqaa Gulaalii fayyadami.

Haqi

Iddoo maqaa filatame haqa.

Please support us!