Jildeessa Deetaa Jijjiiri
Jildeessa deetaa unkaawwan X Deetaa Naanneessaa keessatti gulaali.
Ilaallata
Maqaa ilaallata unkaawwan X fili.
Tarree maalimaa
Jildeessa deetaa to'annoo unkaa filatameef agarsiisa. Jildeessa deetaa jijjiiruuf, tarree cuqaasa Tole keessatti maalima biroo fili. Ida'ii fi Amaloota ajajawwanii maalimaaf, gahuuf, maalima mirga cuqaasi.