Ida'i / Gulaali
Wanta haaraa ida'a ykn wanta filatame Naannessaa Deetaa DhaniiwwanX keessatti gulaala. Wantoonni kunneen maalimoota, amaloota, dabarsa ykn jilteeffama ta'uu danda'u.
LibreOffice inserts a new item directly after the currently selected item in the Data Navigator. A new attribute is added to the currently selected element.
Maqaa
Maqaa wantaa galchi.
Maqaaleen amala gurmuu walfakkaataa waliin dirqama addaya ta'uu qaba.
Gatii durtii
Wanta filatameef gatii durtii galchi.
Qindaa'ina
Amaloota wanta filatamee ifteessa.
Akaakuu deetaa
Akaakuu deetaa wanta filatameef fili.
Barbaachisa
Yoo wanti dirqamaan Dhangii X irratti hammatamuu qabu adda baasa.
The Condition button opens the Add Condition dialog where you can enter used namespaces and full XPath expressions.
Kan waliin deemu
Wanta akka waliin deemuun ibsa.
Dirqama
Wanta akka dirqamaatti ibsa.
The Condition button opens the Add Condition dialog where you can specify the constraint condition.
Dubbisqofa
Maalima akka dubbisqofaatti ibsa.
Calculate
Maalimni herreegamuu isaa ibsa.
The Condition button opens the Add Condition dialog where you can enter the calculation.