Iggita Hundataa Galchi

Gahiinsa iggitaa olkaa'amee eeguuf iggitaa hundataa ramadi.

Faayilii iggitaa hundataa eegameef iggitaawwan muraasa turtii yeroo dhiyoof, ykn dhaabbiidhaan olkaa'uu ni dandeessa.

Faayilii ykn tajaajila iggitaa olkaa'ameen eegameen gahuuf iggitaa hundataa galchuun dirqama yeroo turtii keessatti iggitaa hundaataa al tokko qofa galchuutu sirraa eegama.

Iggitaa namoota yookaan sagantaalee birootin bira gahmuuf baay'ee rakkisaa ta'e fayyadamu qofa qabda. Iggitaan seeroota armaan gadii hordofuu qaba:

Iggitaa Hundataa

Fayyadamtoota hin mirgoofne gahiinsa iggitaawwan kuufame irraa ittisuuf iggitaa hundataa barreessi.

Iggitaa hundataa dhugoomsi

Iggitaa hundataa irra deebi'ii galchi.

Please support us!