Taliiga Dheertoo

The Extension Manager adds, removes, disables, enables, and updates LibreOffice extensions.

note

For security reasons, the installation and removal of extensions are enabled and are controlled by settings in the Expert Configuration. To disable extensions installation or removal, search for the string ExtensionManager in the Expert Configuration search box and set properties DisableExtensionRemoval to true and/or DisableExtensionInstallation to true.


Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Tools - Extensions.

From the tabbed interface:

On the Extension menu of the Extension tab, choose Extensions.

From the keyboard:

+ Alt + E


Fakkeenyonni dheertowwan%PRDUCTNAME armaan gadiiti.

  1. Qaamolee UNO(muraawwan mosajiii rogeeffaman)

  2. Deetaa qindaayinaa(ajajiawwan baafataaf)

  3. Bu'uura kuusaa sagantaa % Y

  4. Qaaqaa kuusaa sagantaa%Y

  5. Faayiloota dheertoo(faayiloota*.oxtdheertowwan tokko yookiin isaa olakaakuuwwan tarreeffaman irratti qabata.

Daangaa Dheertoo

Fayyadamtoonni bulchaa waliin yookaan mirga hundee waliin qaaqa iddootti dheertoowwan "fayyadamtoota hundaaf" yookaan "anaaf qofa" ijaaruuf filatan argu. Fayyadamtoonni baratamoo mirgoota kana malee dheertoowwan fayyadama ofii isaaniitif ijaaruu, haqu, yookaan foyyeessuu ni danda'u.

  1. Fayyadamaan hundee yookaan mirga bulchaa waliin dheertoo akka dheertoo yagutoo fayyadamtoota hundaaf jirutti ijaaruu danda'a. Erga dheertoo filatteen booda, qaaqni ni banama akkasumas fayyadamaa ammeef yookaan fayyadamtoota maraaf akka ijaartu adda baasi.

  2. Fayyadamaan mirga hundee hin qabne fayyadama ofiitiif qofa dheertoo ijaaruu danda'a. Kun dheertoo fayyadamaa jedhama.

Dheertoo ijaaruuf

Dheertoon akka faayiliitti dheertoo faayilii .oxt tti jiraata.

You can find a collection of extensions on the Web. Click the "Get more extensions online" link in the Extension Manager to open your Web browser and see the https://extensions.libreoffice.org/ page.

Dheertoo fayyadamaa ijaaruuf

Kan armaan gadii keessa tokko hojjedhu.

  1. Iyya'aa faayilii sirna kee keessatti faayilii .oxt lama cuqaasi.

  2. Fuula saphaphuu irratti, geessituu faayilii *.oxt cuqaasi (yoo iyya'aan saphaphuu kee dheertoo bulchaa gosa faayilii kanaaf qindeessamuu danda'a).

  3. Choose Tools - Extensions and click Add.

Dheertoo yagutoo haalata barruu keessatti ijaaruuf

  1. Buufata ykn qola ajajaa bani.

  2. Change to the program folder in your installation.

  3. Xurree fi maqaa faayilii dheertoo kee fayyadamuun, ajaja armaan gadii galchi.

    unopkg add --shared path_filename.oxt

Select the extension that you want to remove, enable, or disable. For some extensions, you can also open an Options dialog.

Ida'i

Click Add to add an extension.

Qaaqa faayilii bakka dheertoowwan ida'uu barbaaddu filuu dandeessutti bana. Dheertoowwan filataman garagalchuu fi galmeessuuf, Bani cuqaasi.

An extension can show a license dialog. Read the license. Click the Scroll Down button to scroll down if necessary. Click Accept to continue the installation of the extension.

Haqi

Select the extension that you want to remove, and then click Remove.

Dandeessisa/si

Select the extension that you want to enable, and then click Enable.

Dadhabsiisi

Select the extension that you want to disable, and then click Disable.

Haaromsa

Click to check for online updates of all installed extensions. To check for updates of the selected extension only, choose the Update command from the context menu. The check for availability of updates starts immediately. You will see the Extension Update dialog.

Dirqaalee

Dheertoo ijaarame fili, itti aansuudhaan dheertoodhaaf qaaqa Dirqaalee banuuf cuqaasi.

Display Extensions

You can filter the list of displayed extensions by their scope.

Bundled with LibreOffice

Bundled extensions are installed by the system administrator using the operating system specific installer packages. These can not be installed, updated or removed here.

Installed for all users

Filter extensions available for all users of this computer. These can be updated or removed only with administrator or root privileges.

Installed for current user

Filter extensions only available for the currently logged in user.

Some additional commands can appear in the context menu of an extension in the Extension Manager window, depending on the selected extension. You can choose to show the license text again. You can choose to exclude the extension from checking for updates or to include an excluded extension.

Please support us!