Audio or Video

Inserts a video or audio file into your document.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Media - Audio or Video.

Choose Insert - Audio or Video.


Fiilmii yookiin faayilii sagalee galmee keessaa saaguuf.

  1. Bakka faayilii saaguu barbaaddutti cuqaasi.

  2. Choose Insert - Media - Audio or Video. For LibreOffice Impress, choose Insert - Audio or Video.

  3. In the File Open dialog, select the file that you want to insert.

    Sajoo Yaaddannoo

    Akaakuuwwan faayilii qaaqa kana keessatti tarree ffaman sirnoota dalagamaraan hin deeggaramne.


  4. Click the Link box if you want a link to the original file. If it is not checked, the media file will be embedded (not supported with all file formats).

  5. Banii cuqaasi.

Alternatively, you can choose Tools - Media Player to open the Media Player. Use the Media Player to preview all supported media files. Click the Apply button in the Media Player window to insert the current media file into your document.

Fiilmii yookiin faayilii sagalee taphachiisuuf

  1. Fiilmii yookiin faayilii sagalee galmee kee keessatti sajoo wantaa irra cuqaasi.

    If the icon is arranged on the background, hold down while you click.

    Kamshaan Sabqunnamtii duubatti taphadhuu ni mul'ifama.

  2. Kamshaa Taphachiisa duubatti meeshaalee sub qunnamtii irraatti Taphachiisii cuqaasi.

Sajoo Yaaddannoo

Yeroo dhihessa toleessaa mul'istu, sagaleen idaatii yookaan viidiyoo islaayidii ammee hanga dhumutti yookaan hanga islaayidii gadhiiftutti ofumaan taphata.


You can also use the Media Playback bar to pause, to stop, to loop, as well as to adjust the volume or to mute the playback of the file. The current playback position in the file is indicated on the left slider. Use the right slider to adjust the playback volume. For movie files, the bar also contains a list box where you can select the zoom factor for the playback.

Supported media formats

LibreOffice relies on the operating system's installed media support.

Please support us!