Gallery

Opens the Gallery deck of the Sidebar, where you can select images and audio clips to insert into your document.

Ajaja kana bira gahuuf...


Qabeentota Kuusaa faayaa akka sajoowwan yookin mata direewwan sajoowwan waliiniifi odeeffannoo xurree agarsiisuu ni dandeessa.

Wanta baaqqee Kuusaa faayaa keesaa irratti faaraan guddisuu yookiin faaran xiqqeessuuf, wanticha lama cuqaasi, yookiin wanticha fili, ittaansuudhaan kabala iddoolaa dhiibi.

Themes are listed on the left side of the Gallery. Click a theme to view the objects associated with the theme.

To insert a Gallery object, select the object, and then drag it into the document.

Themes context menu

Ajajawwan armaan gadii dhiheessuf, dhaamsa kuusaa Kuusaa faayaa keessatti mirga cuqaasi:

Haaromsi

Mul'annoo foddaa keessaa yookaan wanta filatame keessatti haroomsa.

Haqi

Deletes the current selection. If multiple objects are selected, all will be deleted. In most cases, a confirmation question appears before objects are deleted.

Wanti baattuu deetaa irraa qaamaan haqameera yookaan halqara irratti hundaa'uun agarsiisni wantaa haqameera.

Maqaa jijjiiri

Wanta filatame maqaa jijjiiruuf dandeessisi. Filannoon booda Maqaa Jijjiiri maqichii filame wanti haaraa kallchaan galfamuu danda'a. Qaree jalqaba ykn dhuma maqaa irratti qindeessuun haquuf yookaan gara qaama maqichaatti ida'uuf yookaan qaree bakka biraa qubachiisuuf furtuulee xiyyaa fayyadami.

Amala

The Properties dialog contains the following tabs:

Waligala

The General tab page lists the general properties of the current theme.

Faayiloota

Adds new files to the selected theme.

Object context menu

To access the following commands, right-click an object in the Gallery:

Saagi

Inserts the selected object into the current document.

Durargii

Maalimaan filatame Kuusfaayaa keessatti hammamtaa guddaadhaan mul'ifama. Gara mul'annoo kuusfaayaa baratameetti deebisuuf durargii lama cuqaasi.

Mata duree

Changes the title of the selected object. After selecting Title the name is selected and a new one can be entered directly. Use the arrow keys to set the cursor at the beginning or end of the name to delete or add to part of the name or to reposition the cursor.

Haqi

Deletes the current selection. If multiple objects are selected, all will be deleted. In most cases, a confirmation question appears before objects are deleted.

Wanti baattuu deetaa irraa qaamaan haqameera yookaan halqara irratti hundaa'uun agarsiisni wantaa haqameera.

Kuusfaayaa keessa yeroo jirutti Haqi yoo filatte, galfatni kuusfaayaa keessaa haqama, garuu faayilichi mataansaa osoo hin tuqamiin tura.

Garagalchi

Maalimaa filatame gara barruu xiqqaatti gargalchuuf.

Maxxansi

Wanta ati gabatee muraatti siqsite gara galmeetti saaga. Ajajni kun kan waamamuu danda'u, qubannoo qaree ammee irratti yoo qabeentotni gabatee muraa saagamuu danda'an qofa.

Icon View

Displays the contents of the Gallery as icons.

Detailed View

Displays the contents of the Gallery as small icons, with title and path information.

Haaraa

Adds a new theme to the Gallery and lets you choose the files to include in the theme.

Please support us!