LibreOffice 7.6 Help
Opens a submenu to insert special formatting marks like non-breaking space, soft hyphen, and optional break.
Iddoo arfiilee handaaraa eeguudanda'u qurxaiinsawwan sarara irraa waliin saaga.
Murfiihin mul'annejecha waliin kan mul'atuufi qurxiinsa sararaauumu altokko sarara keessatti arfii dhumaa ta'u saaga.
Murfii hin mul'anne jecha waliin kan mul'atuu fi qurxiinsa sararaauumu altokko sarara keessatti arfii dhumaa ta'u saaga.
Iddoo hin mul'anne jecha waliin qurxiinsa sarara saaguu malu altokko arfiilee dhumaa sarara keessaa saaga.yeroo teessuumni barruu walxaxaa(CTL)danda'u jireessa.
Iddoo hin mul'anne'jecha sararadhuma waliin saaga.yeroo teessumni barruu walxaxaan(ICT)ofdanda'e jiraata.
Mallattoo kallattii barruu miidhu,kallattii barruu kan barruu mallattoo armaan gadii kamu saaga yeroo teessuma barruu walxaxaa(CTL)of danda'e jireessa.
Mallattoo kallattii barruu miidhu,kallattii barruu kan barruu mallattoo armaan gadii kamu saaga yeroo teessuma barruu walxaxaa(CTL)of danda'e jireessa.