HTML import and export

When you export a file to an HTML document, the description and the user-defined file properties are included as META tags between the HEAD tags of the exported document. META tags are not displayed in a Web browser, and are used to include information, such as keywords for search engines on your Web page. To set the properties of the current document, choose File - Properties, click the Description or Custom Properties tabs, and then type the information you want.

Amaloonnifaayilii armaangadii garaiyyatawwan SARARA UUMAMEEtti jijjirameera;yeroo faayilii akka galmee HTMLtti aleergitu:

ODF Property

HTML Tags

Mata duree

<MATA DUREE>

Dhimma

<META NAME="CLASSIFICATION" CONTENT="Field Content">

Jefuraa

<META NAME="KEYWORDS" CONTENT="Field Content">

Ibsa

<META NAME="DESCRIPTION" CONTENT="Field Content">

Amaloota Maamiloo

<META NAME="Custom field name" CONTENT="Custom field content">


note

Yeroo HTMLiyyatawwan SARARA UUMAME qabate alaagdu,gabeenton nniiyyatawwanii sanduuqa amala faayiili LibreOfficewalitti galoofiida'amu.


tip

Jefurootni qoodduutin adda bahuu qabu. Jefuurni arfiiwwan iddoo adii yookaan buufatoota xixinnaa of keessatti qaba.


Qacceewwan Alaagi

Yeroo galnmee HTML alaagdu, iyyatawwan META ofumaan gara dirreewwanLibreOffice jijjiirama: <META HTTP-EQUIV="REFRESH"...> and <META NAME="..." ...> yemmuu NAMEn walqixa AUTHOR, CREATED, CHANGED, CHANGEDBY, DESCRIPTION, KEYWORDS ykn CLASSIFICATION ta'e.

Barruulee,yaadawwaniifi iyyatawwan SARARA UUMAME kallattiin fuuldura GABATEE iyyataa fuulduratti qubatan jalqaba man'ee gabatee keessatti salgamniini

Barruuleenii fi iyyata SARARA UUMAMEE irrantoo galmee jalqaba galmee keessatti alaagamuun korkodaa'eera.

To set the options for importing HTML tags, choose - Load/Save - HTML Compatibility. A known META tag contains either "HTTP-EQUIV" or "NAME", and are imported as LibreOffice comments. The only exception is <META NAME="GENERATOR"...>, which is ignored.

Qacceewwan Aleergi

Yaadannowwanii fi barruun ka'uumsa jalqaba keewwata galmee keessaa gara irrantoo galmee HTMLtti aleergamu. Yoo galmeen gabateedhan jal qabe, keewwanni jalqaba man'ee duraa gabatee gara irrantoo galmee HTMLtti aleergamu.

Please support us!