LibreOffice 26.2 Help
Foddaa haaraa qabeentota foddaa ammee agarsiisuu bana. Kutaalee adda addaa galmee walfakkaataa yeroo tokkoffiamma mul'isuu nidandeessa.
Ajaja kana bira gahuuf...
Choose Window - New Window.
On the View tab, choose New Window.
New Window
Jijjiiramoonni galmeetti foddaa tokko keessatti taasifaman foddaawwan maraaf galmee sanaaf banuu fayyadama.
Please support us!