LibreOffice 25.2 Help
Bu'aa basdaduu Gingilchaa XML tarreessa.
Bu'aawwan basdaduu alaaguu fi alerguu baallee akkaataa XSLT Gingilchaa alaaguu XML irratti agarsiifamu. Yoo barbaadde, dabaltaanis bahaa gingilchaa gataa'essuu dandeessa.
Qabeentoota foddaa Bahaa gingilchaa XML gataa'essa.
Foddaan naannoowwan lamatti hirama akkaumas bu'aawwan gataa'insaa naannoo xiqqaatti agarsiifama.